Aartistonni Afaan Oromootiin walleewwan garaagaraa hojjetan akkaataa eeganiin irraa fayyadamuu dhabuusaanii kaasaa turanis yeroo dhiyoo as garuu fudhatamummaan walleewwan Afaan Oromoo dabalaa jira.
Waldaan Macaafa Qulqulluu Oromoo, Waldaa Macaafa Itoophiyaa irraa addatti of danda'un waggaa lamaan dura hundeeffame. Waldichis erga hundeeffamee qabee Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootiin maxxansiisun ...