Irra caalatti weelluwwaan isaa diddaa Mastarpilaanii fi qabsoo qeerroo Oromoo Fincila Diddaa Gabrummaa irraatti weellisuun beekama. Himanna shororkeessummaa fi dararaa mana hidhaatii hanga qabsoo ...
Sirbi 'hoo bashannanaa' jedhu tibbana dirree Tiiktookii fi miidiyaa hawaasaa biroo dhuunfatee namni hedduun ittiin shubbisaa jira. Dargaggeessi Booranaa sirba kana baasaa ture BBC waliin turtii ...